资讯

Finfinnee, Muddee 06/2024 – Tibbana mootummaa waliin waliigaltee araaraa mallatteessanii kan galan qondaala Waraana Bilisummaa Oromoo duraanii Sanyii Nagaasaa, waliigaltichi guyyoota lama booda ...
Hoggantoonni ABO torba har'a hiikaman mana hayyuu duree dhaabichaa Daawud Ibsaatti simatamaniiru (Suuraa: Lammii Gammachuu/ABO) Finfinnee, Fulbaana 05/2024 – Hoggantoonni olaanoo Addi Biisummaa Oromoo ...
Finfinnee, Bitootessa 13/2025 – Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa galmeen imala Hajjii torbee lama dura addaan citee ture deebisee eegaluu beeksise. Manni marichaa tajaajilli ...
Please wait while your request is being verified ...
Finfinnee, Fulbaana 07/2023 – Biyyi tokko ‘Biyyadha’ jedhamuuf wantoota afur qabaachuu akka qabdu sadarkaa idil addunyaarratti kan irratti waliigalamee fudhatama argatedha. Isaan kunneenis daangaa ...
Finfinnee, Onkoloolessa 08/2024 – Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraay Geetaachoo Raddaatin durfamu “hoggansa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) [Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu] irratti ...